Dhaliftuu, “Ati gaarii taate. Galatoomi,” jette.
Dhaliftuu, “Mataa koo na bowwaa jira. Ani taphaaf ba’uu hin danda’u,” jette. kitaaba safuu kutaa 5
Yeroo tokko, biyya xinnoo keessa, ilmaan xixinnoo lama turan. Maqaan isaanii Aliyyee fi Dhaliftuu. Aliyyee namoota gargaaruu jaallatti. Dhaliftuus tapha qofa beekti. Dhaliftuu, “Ati gaarii taate
Guyyaa tokko, Dhaliftuu manatti ciiseerti. Aliyyee, “Dhaliftuu, maal taate?” jedhe. “Ati gaarii taate. Galatoomi
Dhaliftuu yeroo sana waan Aliyyee ishee gargaare san yaadatte. “Ati yeroo darbe na gargaarte. Amma ani si gargaara,” jette. Dhaliftuu ulee fi waraqaa fiddee miilla Aliyyee fidde.
Aliyyee, “Galatoomi, obboleettii koo. Ati jaalala kee agarsiifte,” jedhe.
Guyyaa ittaanu, Aliyyee fi Dhaliftuu bosona keessa nyaata barbaacha deeman. Akkuma deeman, Aliyyee miilla isaa miidhe. Dhaliftuu, “Obboleessa koo, maal taate?” jette.